Jeremiah 50:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Worra Babiloni, isani gosa tiyya saamtani, tanaafi gammadani qilit'amtani, akuma looni mid'aani biilatini d'aanani yokhaani akuma farda imimsu yaatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Isin banii Baabiloonii! isin banii kiyya saamtanii gammada'aa burraaqa'aa turtaniirtan; akka raada raasaa keessa burraaxxuu taatanii akka farda sanga'aa himimsitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee kolbaa Baabilonii! Kolbaa tiyya waan saantaneef, gammaddanee ilillittaneertaniiyyu; akka waatolee diida keessa burraaxuu teetanee, akka farda wodalee himimmitaneertaniiyyu;