Jeremiah 50:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo dira keesani gudda kana balleesani ch'eersani. Babilonini gadii lafa ch'ufa taati, isiini lafa gamooji ta bisaani inqamne taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma garuu qachattiin teessan guddoon hin mulliti; biyyi teessan haadhoon salphattee mootota maraa gad taati; lafa onaa ka bisaan keessa hin jirre taati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
amma ammoo qachaan keessan guddaan hin qaanowa; latti teessan ta akka haadhaa isiniif teete hin salphatti; gammoojjii, lafa godduu, goomolee ta gosa biyya adda addaa keessaa gad aante hin teeti.