Jeremiah 50:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Worri Israeli hooliye nyeench'i had'e gargari firfirse fakaata. Qara hayyu Ashuruti worra had'e, eege hayyu Babiloni ka Nebukadreza jed'aniti lafele worraa annifata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Baniin Israa'elii akkuma hoolota leenci ari'ee bittinneessuu ta'aniiran; akkuma jalqaba bineensi waan ari'ee qabe maraa cicciree nyaatu akkasuma mootiin Aasoorii isaan fixe; achiin maayessa akkuma leenci lafee caccabsu akkasuma mootiin Baabiloonii Nabukadanatsoor isaan caccabse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaan Israa'elii akka hoolee neenqi ari'ee bittinneessu teeteerti. Dursee mootiin Asoorii isaan kukkute; achiin duuba mootiin Baabilonii Nebukadnezaar lafee isaanii caccasse.