Jeremiah 50:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra Israeli lafa isaniti deebisa. Worri sagale gaara Karmeli irati baatefi ta lafa Bashani keesati baatele nyaate. Ammalle mid'aani lafa Efraimutifi ta Gileadi keesati bahale haga fed'u nyaata,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii Israa'eliillee gara biyya isaanii deebisa; isaan waan gaara Qarmeloosiitii fi waan godina Baasaanii keessatti biqilu maraa nyaatan; midhaan Efreemii fi biyya Gala'aadii keessatti biqilu irraallee haga barbaadan nyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'eloota ammoo lafa isaanii duriititti hin deebisa; Qarmelosii fi Baashaan irraa midhaan hin nyaatan; kooba Efreemiitii fi Giil'aadii irraa midhaan galfatanee hin quufan› jedha.