Jeremiah 50:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u worra Merathaimutifi worra Pekodi had'a, fit'a, hobaasa. Waan anini isaniini jed'u ch'ufa tolcha. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Isin banii Miraataayimiitii fi Faqoodii irratti balaa buusa'aa ajjeesa'aa isaan fixaa'a; ka waan kana dubbate ana Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Lafa worra Meraataayimiitiitii fi worra Pheqod keessa le'u lola'a; isaan ari'a'aatii, ijjeesa'aa, ijjumaa balleessa'a; waan ani isin ajaju maraa godha'a.