Jeremiah 50:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Babilonini qara lafa ch'ufa burrisaani tumte, ammo amma tana burrisa suni ya ch'absani! Waan lafa suni tolchani arginaani gochiti ch'ufti iraa rifate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baabilooniin banii adunya'aa burussa'aan bulleessa'aa turte amma isiinuu bulloofteerti; wonti biyyattii san irra gaye attamitti banii naasise?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baabilon ta duri akka burrisaa nama butuchaa turte, attam attam caccaddee bututte! Gosa biyya adda addaa oddu'utti attam attam onte!