Jeremiah 50:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini fulla miha kiyya ka lola iti olkayani bane, dallansu tiyya keesa alati baase; wonti akanatiifi anini, AABBO Waaqi guddaani Babiloni keesa huji qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi mana meeshaan woraanaa keessa taa'u banee meeshaa ufii ka woraanaa baase; wonti inni waan kana godheef Rabbi Waandhi banii maraa biyya Kaladaawotaa keessatti waan hojjatu waan qabuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Goottaan Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dande'u, worra Baabilonotaa irratti waan huju waan qabuuf, mana meya woraanaa banee, meya woraanaa ta mufii tiyyaa gad baaseera.