Jeremiah 50:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Moga ch'ufaa had'a fulla mid'aani isii iti olkayani ch'ufa ch'absa bana! Waan saamtani aka mid'aani wolti tuula! Lafa balleesa! Woma inhambisina!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee maraayyuu isi'itti duula'aatii gootaraa midhaan itti galchaniiran maraa banaa'a; boojuu isaanii akka midhaaniititti tuulaa'a; biyyattii keessatti uduu womaa hin hafne balleessaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya fagoo irraa kowa'aatii isi'itti duula'a. Gootaraa isi'ii diiga'a; akka midhaanii isii tuula'a. Baraareen adoo hin hafin, ijjumaa isii balleessa'a.