Jeremiah 50:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Askarti worraa ch'ufa qaqala, hobaasa! Worra Babiloni ya badiini qabatte! guyyaani worra gaargalchani ya gahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoota isaanii akka korma oofanii hulee itti qalan fidanii qalaniititti fuudha'aa isaan ajjeesaa'a; hennaan isaan itti adabaman waan gayeef banii Baabilooniitii hobbaas!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka dardaroota qalanu, loltoota isi'ii mara qala'a. Guyyaan isaan adabamanu waan dhikaateef, isaaniif aanne'e!» jedha.