Jeremiah 50:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Nami Babiloni keesaa baqate Yerusalemu d'ufe waan jed'u, AABBO Waaqi keenna ya worra Babiloni haalo baafate, waan worri nama Waaqa qulqullo balleesefi.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Worri Baabiloonii ka booji'amee fi worri Baabilooniin keessatti baqatanii gara Yerusaalemii dhufan; isin laagaa Rabbi Waandhi keenna worra Baabiloonii haluu bayu caqasaa'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa Waaqi keenna attam attam akka haluu baye, marroo Galma ifiitiif attam attam akka haluu inni baye, worri ari'amee lafa Baabilonii keessaa baqatee baye, Xiyoon keessatti waan isinitti himanu dhage'a'a.