Jeremiah 50:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti mirgaa baate ya d'ufte Babiloni haate balleesite ona tolchite. Namaafi bineensi keesaa baqate, wonti tokoleeni ka iti gala injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Baabilooniin irratti balaa buusee ona isii taasisu gara kaabaatii isii irratti ka'eera; sa'aa namnillee isii gatanii dheessanii waan baqataniif ka isii keessa jiraatu hin argamu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gosi biyya gara kaabaa takka dhuttee, Baabilon loltee lafa isi'ii hin onsiti. Nami tokkolle achi keessa hin le'u; namii fi horiin achi keessaa hin baqatan.