Jeremiah 50:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti teesani kiyyibduuni gugufate jidde, nama tokole ka olfud'u d'abdi. Anini dira keesani ch'ufa ibida iti kaye, waan d'aatu jira ch'ufa balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ta uf jajju gufattee waan kuftuuf ka qabee lafaa si kaasu hin jiru; ani qachoota tee waan ibiddaan gubuuf wonti naannaya kee jiru maruu hin barbadaaya» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati koorameettiin gufattee hin jidda; nami ol kaasulle hin jiru; ani qachaa keeti keessatti ibidda qassiisee, ibiddi sun waan adaala isaa jiru mara hin guba» jedha.