Jeremiah 50:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Worra Israelitiifi ka Yuda ya dabsani. Nami worra qabe ch'ufti guddo worra tisse gad'iisu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi banii maraa akkana jedha, «Baniin Israa'eliitii fi baniin Yihuuda'aa hucuucamaniiran; worri booji'ee isaan fudhate maruu jabeessanii waan isaan qabaniiraniif gad isaan dhiisuu hin barbaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ka Waan Mara Dade, «Kolbaan Israa'eliitii fi kolbaan Yihuda'aa cunqurfanteerti. Worri isaan booji'e jabeessee isaan qabee, gad isaan lakkisuu dideera.