Jeremiah 50:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami worra baasu jaba; maqaani isaa AABBO Waaqa gudda. Isumati worraa dubbate nagaya lafatini d'ufe, ammo gaargala worra Babilonitini d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu ka isaan oolchu jaba'a; maqaan isaa Waaqa banii maraati; inni ufumaa isaan gargaara; lafa irratti nagaya isaanii kenna; inni banii Baabiloonii irratti eda'ee rakkinna isaanitti fida.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka isaan wodu ammoo jaba'a; maqaan isaa Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dande'u. Inni lafa isaaniitiif foora kenniisaaf, jabeessee isaaniif hin falmata. Worri Baabilon keessa le'u ammoo foora hin dhaggatu» jedha.