Jeremiah 50:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fardoole isiitiifi gaari fardi hirkisule balleesa! Dooti ha askarti worri beeseeni bitatele qabatu worri akami lalaafa. Waan worri qabu ch'ufa saama, balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Faradoo isaanii, konkolaataa fardaa isaaniitii fi loltoota dallaya isaanii eegan irratti guraadee keessan luqqifadhaa'a! isaan akka dubartootaa haa ta'anii; worra dureeyyii irratti guraadee keessan luqqifadha'aatii qabeenna isaanii saamaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fardaa fi garreettaa fardaan harkifamu ka isaanii irratti, loltoota biyya ormaa ta odduu isaanii jiru mara irratti lolli ka'uu ti; isaanille akka dubarti'ii hin te'an. Qabeenna isaanii mara irratti lolli ka'uu ti; isaanille hin saamaman.