Jeremiah 50:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oolaani ha iti buute, galaani isii ch'ufti gogoguti. Babilonini lafa akheekha waaqoota d'ara ka nama mudamsiisa qabdu, ka biyya daallese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baabilooniin keessa waandhi tolfamaan nama jibbisiisuu fi ka nama maraachu waan guuteeruuf lanni isi'ii maruu haa goguu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti Baabilonii waaqota dharaatiin waan guutanteef, kolbaan waaqota nama bararassu waan leellifattuuf, Bisaan isi'ii irratti oolaan hin dhufa; bisaan isi'iille hin goga.