Jeremiah 50:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Yo guyyaani sunini gahu, worri Israelitiifi ka Yuda bohaa d'ufe, ana Waaqa isaani barbaada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Hennaa barrinii fi guyyaan gaye baniin Israa'eliitii fi baniin Yihuuda'aa tokko ta'anii ana Waaqa isaanii soqa'aa booya'aa dhufan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Bara san keessa, yennaa san, kolbaan Israa'eliitii fi kolbaan Yihuda'aa wolitti qabamanee bowaa ana Mootii Waan Maraa Waaqa ifii barbaadatiisaaf hin dhufan.