Jeremiah 50:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma anini duri Sodomafi Gomorafi dira d'aatu ch'ufa balleese, Babilonile balleesa. Nami deebie iti ingalu. Nami dubbi tana jed'e ana; AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma hennaa ani Soodomii fi Gomoraa qachoota naannaya isi'ii jiran woliin balleesse ta'e san akkasuma eennullee Baabilooniin keessa quphatee jiraatuu hin danda'u; ka waan kana dubbate ana Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sodoomii fi Gomoraa qachoota adaala isaanii jiranu mara woliin ani Mootiin Waan Maraa akkuma diigee balleesse, isiille diigee hin balleessa. Nami tokkolle achi keessa hin le'u; nami tokkolle achi keessa hin jiraatu.