Jeremiah 50:41 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami lafa mirgati d'ufuu jira, gochiti jabduuni fago teetu; hayyooti hedduuni lola kurfefachuu jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo baniin gara kaabaatii dhufa'aara, daangaa lafaatii baniin guddaanii fi mootonni hedduu socho'a'aa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kunoo, loltooti gara kaabaatii dhufiisatti jiran; kolbaan biyya takkaa hunnaametti'ii fi moototi hedduun, qaccee lafaa irraa ka'anee dhufiisatti jiran.