Jeremiah 50:43 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni Babiloni odu suni d'ageennaani nahe harki iraa jige. Isa ya laalalafi d'ukubsachani aka niiti ch'ininfatu qabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Baabiloonii yoo oduu kana dhagaye harki isaa laamshayee rarra'ee hafa; akka dubartii ciniinsifattuu hucuucama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Baabilonii oduu isaanii dhage'ee, harki irraa bu'e; naasu'uun qabamee akka dubartii ciniinsifattuu te'e.