Jeremiah 50:45 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi mala anini dira Babiloniti malad'eefi waan anini nama isaa tolchu fed'u ch'aqasa. Ijoolle worraale alati hirkisani, nami ch'ufti iraa rifata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma isin waan Rabbi worra Baabiloonii irratti mari'atee fi waan biyya Kalaadaawotaa irratti karoorfate dhagayaa'a; ijoollee isaanii akka ilmoolee hoolotaatitti harkisa'aa isaan fudhatan; sababaa isaaniitiif huleen isaan jiraatan ona ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, waan ani Mootiin Waan Maraa Baabilon irratti fidiisaaf yaadeeru, yaada ani lafa worra Baabilonii loliisaaf qopheeffadheeru dhage'a'a! Ijoolleen isaanii akka ilmoolee hoole'ee harkifamanee hin fudhataman; sababa isaaniitiif kaloon isaanii hin baddi.