Jeremiah 50:46 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Babiloni balleesani dibbeesi isii lafa ch'ufa chochoose. Qonqo iyyanna gosa d'ibiti d'agayani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Oduun akka Baabiloon qabamte hennaa dhagayame biyyi hin raafamti; iyyansi isi'iillee banii maraa keessatti dhagayama» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyya qabamiisa Baabiloniitiin, latti hin tachooti; iyyi isi'iille gosa biyya adda addaa oddu'utti hin dhage'ama» jedha.