Jeremiah 50:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kara Sioni gaafate achi yaa. Duuba worri wold'aqisa jiru jireenna ka na woliini tolfate kaani, deebie inch'absu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan karaa gara Tsiyoonii geessu gaafata'aa karaa qabatanii deeman; baraa haga bara baraa waadaa na woliin galan sirima hin diigan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan fuula ifii gara Xiyoonii deebifatanee karaa gara isi'ii geessu gaafataa, dhufanee gondooroo bara baraa ta hin dedhanne ana Mootii Waan Maraa woliin hin godhatan.