Jeremiah 50:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini tiyya hooliye tissituuni kara iraa gorsite gaara irati balleesite fakaati. Worri gaareeni ch'ufa ira yayae, worra ufi gara wollaala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Baniin kiyya akka hoolota baddee ta'aniiran; worri isaan bulchan isaan dogoggorsee akka isaa gaara irratti tarara badanii raantayan godhaniiran; akka hoolota gaara irraa gara tullootaa dhama'anii hulee bulan wollaalan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaan tiyya akka hoolee baddee ta tissitooti karaa irraa isaan gorsitee, gaara irra asii fi achi olokamane te'aneeran. Gaaraa fi kooba irra asii fi achi raafamanee addee ifii ta itti foorfatanu dedhaneeran.