Jeremiah 50:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Israeli, lafa Babiloni keesaa baqad'a. Lafa worraa keesaa baha, nama qara ka lafa suni keesa bahu taha!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin banii Israa'elii! Baabilooniin keessaa dheessa'aa bayaa'a! biyyattii gad dhiisa'aa deemaa'a! akkuma korbeessa re'e'ee ka re'iin afoo deemuu ta'aa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Biyya Baabilonii keessaa baqadha'a! Lafa Baabilonii keessalle'ee baya'aatii, akka korbeessa re'e'ee ka re'ee sooressuu te'a'a!