Jeremiah 50:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gosa jajabdu mirgaa jirtu kaase, Babiloni haasisa. Worri had'iisaa ejaanje, lafa had'e dabsata. Worri sunini guddo t'iyaani woi had'u beekha, yo darbatu woma ind'abu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani banii tokkummaa qabu gara Baabiloonii akka duulan kakkaasa; isii irratti balaa buusanii isii qabatan; eboon isaanii akka eboo loltoota leenji'anii waan itti alaaman san woraananiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani kunoo loltoota gosa biyya adda addaa guddoo gara kaabaatii Baabilon irratti hin kaasa. Isaan isii lolanee hin qabatan; daayi isaanii akka daaya worra lolaan beekkamee ka waan itti qabane irraa hin gorsinee ti.