Jeremiah 51:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, gumiini tiyya lalabde waan jettu, AABBO Waaqi yayu d'uga nuu galche, koota, worra Yerusalemu d'anne, waan Waaqi keenna nuu tolche iti himna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'elii akkana woliin jedhan, «Rabbi waan murtii qajeelaa nuu murteesseef koottaa'a! gara Yerusaalemii deemnee waan Rabbi Waandhi keenna godhe maraa himnaa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san kolbaan Israa'eliitii fi kolbaan Yihuda'aa, «Mootiin Waan Maraa dhugaa waan nu'uuf baaseef, kowa'a, waan Waaqi keenna Mootiin Waan Maraa huje Xiyoon keessatti lallannaa ti» hin jedhan.