Jeremiah 51:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akheekha naabo Babilonitini ch'absitani garsiisa! Nama lafa eegu heddeesa! Nama lafa tissu tolfad'a! Nama woi gaadu kurfeesa! AABBO Waaqi waan worra Babiloni, Intolcha jed'e ya tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Malkata Baabilooniin irratti balaa buusaa'a jedhu mudhisaa'a! midhaassa'aa eegaa'a! worra gaadan qopheessaa'a! worra dhokatanii lolanillee qopheessaa'a, wonti waan kana gootaniif waan Rabbi banii Baabiloonii irratti karoorfatee fi waan dubbate waan raawwatuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dalleya Baabilonii diigiisaaf, beessisa keessan ol kaasa'a! Worra eegu itti jabeessa'a; eeddota itti ramada'a! Worra gaadu qopheessa'a! Mootiin Waan Maraa waan kolbaa Baabilonii irratti karoorfate, hin muummessa.