Jeremiah 51:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani maqa ufiitini kakhate waan jed'e, Anini duula guddaani d'ufa ka aka awaanisa d'ufe isani had'e dabsate, geerara galu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi banii maraa loltoota akka awwaannisaa baay'atan Baabilooniin irratti akka fidu maqaa ufiitiin kakateera; loltoonni sunniinillee mooyatanii geerraran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ka Waan Mara Dade, ifiin kakatee, «Ani dhugumaan namoota akka tuuta awwaannisaa si keessatti hin guuta; isaanille si injifatanee hin qeexalan» jedha.