Jeremiah 51:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jecha isatini bisaaleeni gubba dibbisani, duumansileeni muumme lafale d'ufe. Inni bokaya keesa angae, bubbele goda isii keesaa gayaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bisaan samii irra jiru ajaja isaatiin raafama; inni daangaa lafaatii duumessa fida; rooba keessa akka bakakkaan bu'u taasisa; qilleensi hulee wolitti qabameeruu akka bubbisu taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa inni qoonqoo ifii ta akka mandiisu'uu dhageessisu, bokkeenni ol-gubbaa keessaa hin shookkisa; inni duumensi qaccee lafaa irraa akka ol ka'u hin godha. Bokkeya keessa mandiisuu hin buusa; qilleensalle mana kuusa'aa ka ifii keessaa hin baasa.