Jeremiah 51:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan kana arge ch'ufti, daalle woma imbeenne ufi sehe; nami waan harkaani boch'ani kad'atuleeni, maro wonti worri kad'atu suni waan d'ara, ka lubbu inqamne taateefi waan tahu wollaale ufi d'aareefata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni maruu gowwa'aa fi ka womaa hin beenne ta'an; fakiin isaan hojjatan ka nama saalfachiisuu fi ka jireenna hin qabne waan ta'aniif; ogeessi sibiila bassu waaqolee tolfamaa ufii hojjatetti saalfateera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami martinuu daalle'ee fi worra beekkumsa hin qanne; nami worqii baqisiisu marti waaqota dharaa ka ifii huje saniin fokkifateera. Fakkiin inni huje ta dharaa ti; hafuurri keessa hin jiru.