Jeremiah 51:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti worri mid'aasu sunini waan woma keesa jiraatiniti, waan tufatani miid'u malani; guyya Waaqi qorsumaa d'ufu, imballeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqoleen tolfamaan kunniin ka bu'aa hin qabnee fi meeshaa itti baldan; hennaa Rabbi murti'iif dhufu lafa irraa diiggaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan bu'aa hin qanne, meya murgo'oo ti; yennaa muraan itti dhuttu hin badan.