Jeremiah 51:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi Yakobo waaqa akasi suniniti isumati waan ch'ufa uume Israeli fohate gumi ufi tolfate. Maqaani isa AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi Yaaqoobii garuu akka isaaniitii miti; Inni uumaa waa maraati; banii Israa'elii akka worra isaa ta'an filateera; maqaan isaa Rabbii Gooftaa banii maraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Yaaqoobii ammoo akka waaqota dharaa kanaatii moti; waan mara ka dade isa; inni kolbaa Israa'elii gosa addaa akka isaaf teetu filate. Maqaan isaa Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dade.