Jeremiah 51:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Babiloni atini burrisa kiyya, miha kiyya ka lola ka anini namaani had'u, anini siini lafafi namale balleese,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Baabiloon! ati burrisaa fi meeshaa kiyya ka woraanaa turte; ani banii maraa siin fixe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa «Ee Baabilon, ati burrisa kiyyaa fi meya woraanaa kiyya. Ani si'iin gosa biyya adda addaa butucha; si'iin mootummoota balleessa;