Jeremiah 51:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Isani inagartani waan anini Babilonifi, nama isii tolchu, maro waan hamtu worri Yerusalemu tolcheefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Isin hujii hamaa worri Baabilooniitii fi baniin isi'ii Yerusaalemiin irratti hojjatan yoo ani haluu isaan bayu hin argitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Waan hantuu worri Baabiloniitii fi worri isii keessa le'u, Xiyoon irratti hujaneef, ani iluma teessan duratti gatii isaaniif hin kenna.