Jeremiah 51:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Babiloni, atini gaara lafa ch'ufa balleesu fakaata, ammo ato akasi taatele, anini, AABBO Waaqi, nyaapa keeti. Anini si qabe, si ch'ach'abse, sii bulleese daara si tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baabiloon! ati ta gaara ardii maraa balleessitu! ani si morma! ani harka kiyya sitti badhisee afaan qile'ee irraa darbee si gangalchee akka gaara gubatee si taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee Baabilon, ee gaara lafa mara balleessitu, kunoo ani si irratti ka'eera; ani si loliisaaf harka kiyya si irratti diriirfadhee, bowwaa rassa'aa irraa gad si hin konkolaachisa; akka gaara gubatee si hin godha.