Jeremiah 51:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Deebiani d'akha ona keetile manani injaarani. Atini haga jiru jireenna lafa aloo taata. Nami dubbi suni jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhagaan bu'uura ijaarsaatiif ta'u si keessatti hin argamu; ati baraa haga bara baraa ona taata; ka waan kana dubbate ana Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati haga bara baraa duwwaa waan teetuuf, dhakaan roga ijaarsaa, dhakaan hunde'eelle si keessatti hin dhaggamu.