Jeremiah 51:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa ch'ufa had'iisa Babiloniti kurfeesa, hayyoota Meditifi jaaroleefi jara worraa gugurdafi askarti lafa worri mohatu keesa jirtule woliini baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka Baabilooniin lolan banii qopheessa'aatii gara mootota Meedoonii, gara bulchoota isaaniitii fi gara ajajoota loltoota isaanii akkasuma gara biyya loltoota isaan tooyatanii maraa dhaamsa ergaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootota Miidiya'aa, bulchitootaa fi qondaaltota isi'ii mara, biyya isaan bulchanu mara gosa biyya adda addaa tana mara isii loliisaaf qopheessa'a.