Jeremiah 51:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan AABBO Waaqi aka Babiloni balleese ona nami keesa inteenne tolchu malateefi, lafti hollatte chochoote.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa Rabbi Baabiloon ona namni keessa hin jirre godhu'uuf yaade maraa hennaan itti raawwatu waan gayeef biyyi maruu nayanii hollatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka nami tokkolle achi hin leene, lafa Baabilonii duwwaa godhiisaaf, karoorri ani Mootiin Waan Maraa isii loliisaaf qopheesse waan muummowuuf, latti raafantee hin rommiti.