Jeremiah 51:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'iotu nyaapa worra ch'ire akuma mid'aani oobdi keesati d'aanani ira ejaanjata. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda, Waaqa Israeli.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baabiloon akka oobdii midhaan itti dhayanii taati; diintonni isi'ii banii isi'ii akka horii midhaan ayyiiduutitti isaan ayyiida; ani Waandhi Israa'elii Gooftaan banii maraa waan kana dubbadheera.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, Waaqi Israa'elii: «Baabilon akka eeddummee midhaan itti dhowatanuu hin teeti; guyyaan Baabilon akka midhaanii dhowantu ariifatee hin dhufa.