Jeremiah 51:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri sabdii? Yoosi anini jila worraa tolche, sagale d'aabeefi macheese gammachiisa. Duuba worri d'aqe rafa itumaa deebie lafaa inkau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa isaanitti tole waan dhugan isaan affeera, haga machaayanitti isaan obaasa; achiin maayessa baraa haga bara baraa rafan; yoomiinillee hirribaa hin dammaqan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isaan waan nyaatanu dhabanee gubatane, akka isaan unanee machowanu areertii isaaniif hin qopheessa; achiin duuba isaan gammadaan hirriiba hamaa ka deebi'anee hin dammandhe hin rafan.