Jeremiah 51:40 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra qalmati geesa, aka ilmaani hoolatifi laleesafi Elemiye. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Akka korbeeyyii hoolotaatii fi akka korbeeyyii re'iinii ta gara hulee itti qalamanii oofanii isaan taasisa; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka buruusota hoole'ee, akka korbeeyyii hoole'eetii fi akka korbeeyyii re'e'ee akka isaan qalamanu hin godha.