Jeremiah 51:43 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diri isiileeni yayu bade, ona bisaani inqamne ka nami keesa injirre yokhaani ka keesale imbaane tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachoonni ona bisaan keessa hin jirree fi ta eennullee keessa jiraachuu yookaan keessa lufuu hin dandeenne ta'aniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachooti Baabilonii ka nami keessa hin leenee fi ka nami keessa hin deddeebine lafa godduu goomolee, ona hin te'an.