Jeremiah 51:44 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waaqa Babiloni ka Beli, jed'ani balleese waan inni saame guurate ch'ufa iraa buuse, aka gochiti tokoleeni deebite isa iyyaamanne tolcha. Naaboni Babiloni ya ch'ach'abt'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa tolfamaa ‹Beel› jedhamu ka Baabiloonii hin adaba; meeshaa hatamellee harkaa buusisiisa; ammaa achi baniin isaa hin sagadan; dalloofni Baabiloonii jigeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baabilon keessatti waaqa dharaa ka ‹Beel› jedhamu hin adaba; waan inni liqinselle akka diddigu hin godha. Haganaa achi gosi biyya adda addaa gara isaa hin yaa'anu; Dalleenni Baabiloniille hin jiga.