Jeremiah 51:45 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumi Israeli, arti baqad'a! Dallansu tiyya hamtu duraa baqad'a, lubbu ufi baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Banii kiyya! achi keessaa dheessa'aa bayaa'a! lola kiyya ka nama sodaachisu jalaa bayu'uuf dheessaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee kolbaa tiyya isii keessaa baya'a! Lubbuu teessan hamburadha'a! Aarii tiyya jadduu jalaa baya'a!