Jeremiah 51:46 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan d'ageetani kana jettani, garaa laaftani insodaatina. Ganna ch'ufa woma hareeti d'ageetani — odu had'iisa lafatifi aka hayyooti lafa lafaani woli haatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Oduu gungummi'ii dhageettanii sodaattanii naatanii hin qabbanaayinaa'a; wogga wogga'aan oduun gungummi'ii hin dhagayama; oduun gungummii didda'aa biyyattii keessatti mootiin tokko mootii biraa akka dhayu hin dhagayama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Oduun lafa irratti yennaa dhage'antuu addii hin kutatina'a yookiin hin sodaatina'a! Bulchaan bulchaa irratti hin ka'a; hammeennille lafa irratti hin te'a; oduun tuun barana ta dhibiille bara dhufu hin dhutti.