Jeremiah 51:48 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti lafafi gubba jira ch'ufti gammade qilit'amti; hojja worri mirgaa d'ufu Babiloni dabsate balleesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baabiloon hennaa worri isii balleessu ka gara kaabaatii dhufe jalatti kufte; duulli ardi'ii fi samii irra jiran maruu gammada'aa ililfatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti gara kaabaatii dhufanee Baabilon waan lolanuuf, ol-gubba'aa fi latti, wonni isaan keessa jiru martinuu gammadaan Baabilon irratti hin ilillisan.