Jeremiah 51:49 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Babilonini, waan duri lafa ch'ufa keesa nama hobaafteefi, ammo isiileeni badu malte, ammalle maro nama Israeli heddu hobaafteefi balleesu malani. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baabiloon sababaa dhuma adunya'aa taate; isiin sababaa dhuma worra Israa'elii waan taateef Baabiloon kufuu isii barbaachisa; ka waan kana dubbate ana Rabbi» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baabilon namoota biyya lafaa duudii akkuma fixxe, kolbaa Israa'eliille waan fixxeef isiille hin baddi.