Jeremiah 51:50 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan gumi isaa ta Babiloni jirtuuni jed'e. Isani ya lubbu duraa baatani! Woma ineegina, amma kaa, yaa! Ato isani worra keesani ira fago jiraatanile, ana AABBO Waaqafi Yerusalemu qaabad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi banii Baabilooniin keessa jiraniin akkana jedha, «Isin baniin kiyya ka du'a irraa haftan! uduu hin turre deemaa'a! biyya fago'oo keessa taa'a'aa ana Rabbiin qaabadhaa'a! Yerusaalemiin onnee teessan keessatti yaadaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee isin worri shallaagaa jalaa baatane, adoo hin turin achii keessaa baya'a; worri lafa fagoo jirtanu ana Mootii Waan Maraa qaabadha'a; Yerusaalemille yaadadha'a.