Jeremiah 51:52 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi waan anini jed'u, Guyyaani ind'ufa, ka anini waan harkaani boch'ani, ka worri Babiloni kad'atu, ch'ufa balleese nami madaleeni ch'ufti lafa suni keesa waachaa yau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti ani Rabbi jedhu kana; hennaan ani waaqolee tolfamaa Baabiloonii irratti murteessuu fi hennaan worri madaayan ka biyyattii keessa jiraatan laagaa rakkinnaa dhageessisan hin dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ammoo barri ani waaqota dharaa ka Baabilonii adabu hin dhufa; lafa isi'ii mara irratti worri madowe hin aada.